Esther 2:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Intala dubri isaa toko, ta afaani Ebraniatini Hadasa jed'ani, ta ammo maqaani isii d'ibiini Estati fulla isaa jira. Intalti sunini guddo d'aabafi fuulale mid'aadi. Abbaafi haati doonaani inni isi fuud'e, akuma ilme ufi guddise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni Asteerii afaan ibraayisxiitiin Hadaasaa jedhamtu ta abba'aa fi haadha hin qabne intala eessuma ufii guddifatee ture. Isiin hojjaamettii guddiftee bareeddu turte. Haga haatinii fi abbaan isi'ii du'aniin maayessa Mardokiyoos akka mucattii ufii godhee guddifatee ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mordekaayi intala obboleessa abbaa ifii ta, «Hadaasa» jedhantu ta, «Asteer» jedhantee moggaafante qabaayyu; isiin intala dhaaba toltuu fi bifa miidhaddu. Isiin abba'aa fi haadha waan hin qanneef, Mordekaayi fudhatee akka intala ifiititti isii guddise.