Esther 3:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi wo bulani hayyichi Ahasueroni nama toko ka Hamani jed'ani guddinna kenneefi nama isaati aanu tolche. Hamaniini suni ilma Hamedatha, ka gosa Agagi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan kanaan maayessa mootichi Arxeeksis Hagaagichi ilma Hamadaatu'uu Haamaa hin kabajjeen; ulfinna kenneef. Teessoo isaallee worra baallii qaban ka isa woliin jiran maraayyuu ol godheef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan kanaan duuba mootichi Ahashiweros, ilma Hamedaata'aa, Haamaanii sanyii Agaagii te'eef ulfinna kennee, qondaaltota dhibii mara caalaa baallii guddoo kenneef.