Esther 3:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba hayyuuni qube isaa ta beesisa baafate, harka Hamani ilma Hamedatha, ka gosa Agagi, ka gosa Yahuditi nyaapati kenne, aka akasiini dubbi t'aafani ergani suni ch'ufa beesisa ira kayani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichillee qubee harkaa baafatee Haamaa diina Ayihuudotaa hagaagicha ilma Hamadaatu'uutii kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre mootichi qubee chaappa'aa quba ifii irraa baasee, ilma Hamedaata'aa, Haamaanii sanyii Agaagii ka diina Yihudootaa te'e sanitti kenne.