Esther 3:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyichi waan isaani jed'e, Gosafi beese worraale ya sii kennani, waan feetu tolfad'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Haama'aan, «Waan si gammachiisu akka isaan irratti gootu birri'ii fi baniinillee sii kennameera» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Hamaaniin, «Meetiin si'iifuu hattuu ti; kolbaalle teetuma, waan feete godhadhu» jedhe.