Esther 3:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbi t'aafani tana arda ch'ufa keesati odeesa, aka nami ch'ufti guyya suni durati kurfefatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaan haagana'aa sun hennaa gaye namni maruu akka qophaayu, xalayoota dubbisu'uuf hulee namaa tolutti bulchiinsa mootii moototaa maraa irratti akka maxxanfamu mootichi hin ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan marti guyyaa saniif akka qophoottuuf, barreeffam ajaja san irraa garagalfamee gosa kutaa biyyaa keessa jiranu maratti beessifame.