Esther 3:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Seera hayyuu gula, nami ch'ufti ka huji isaa keesa jiru jilbifate gadi jed'e Hamani ulfeesa. Nami ch'ufti seera suni guute, ammo Mordekaiini dide.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi waan isaatiif waan ajajeeruuf worri baallii qaban ka mootichaa worri balbala mootichaa irra jiran maruu kufanii Haama'aa sagada'aa turan; Mardokiyoos garuu kufee hin saganneef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan Haamaaniif jilbiiffatanee ulfinna akka kennanu mootichi waan ajajeef, tajaajiltooti mootichaa worri seensuma karra mootichaa jiranu marti, jilbiiffatanee Haamaaniif ulfinna kennane; Mordekaayi ammoo hin jilbiiffanne yookiin ulfinna isaaf hin kennine.