Esther 3:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyyuma ch'ufa isa gorsani, ammo inni worra d'agayu dide waan jed'e, Anini Yahudi, akasi intolchu. Duuba dubbi tana Hamaniti himani, aka inni waan Mordekaiini tahe kana dandae obsu laalani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan kana guyyama guyya'aan isatti himan, inni garuu isaan hin dhageenne; inni nama Ayihuudi'ii akka ta'e waan isaanitti himee tureef kanaafuu amalli Mardokiyoosii haga yoomii akka itti fufu laalu'uuf isaan waan kana Haama'atti himan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyuma guyya'aan itti deddeebi'anee gaafatane; inni ammoo hin dhageenne. Inni Yihudii akka te'e isaanitti waan himeef, didduma tanaan akka inni hafu beekuu barbaadanee, dhaqanee marroo isaa Haamaanitti himane.