Esther 3:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee hayyicha, yo sii taate, seera baasi, aka gosa suni ch'ufa fit'ani. Yo atini akasi tolchite anini gama kiyyaani qarsi kilo 340,000 harka worra beese hayyu olkayuti keenna, aka huji hayyu durati deemsisani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
yoo mootichi tole jedhe akka badu haa barreeffamuu; anillee gara mana galme'ee akka seensisan kennaa birri'ii kuma kudhan worra hujii mootichaa hojjatanii kenna» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dubbiin tun si mooticha yoo gammachiitte, isaan balleessiisaaf lassiin baatuu ti; akka isaan mana meyaa keeti keessa keyanu, anille namoota itti gaafatantoota mana meyaatitti meetii kiiloogiraama kuma dhibba sadii fi afurtamaa hin kenna» jedhe.