Esther 4:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
qonqo tana iti deebise waan jed'e: Ato mana hayyuu keesa jiraate, waan Yahudi ch'ufa ira jirtu ufi seetele, waan duraa baatu ufi insehiini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mardokiyoos Hataakiin, deemiitii Asteeriin akkana jedhi jedheen. «Ati waan mana mootichaa keessa jiruuf Ayihuudota mara keessaa hafa jettee onnee tee keessatti hin yaadin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
inni deebisee, «Ati mana mootumma'aa keessa waan jirtuuf, Yihudoota mara keessaa ati callaan waan hattu hin seyin.