Esther 4:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani isiini sangicha isii hojatu toko, ka Hathaki jed'ani, yaamte waan jetteeni, Beeni, gara Mordekai d'aqi waan taheefi waan wonti suni taateefi hubad'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Asteer worra ijoo mooticha tajaajilan ka baallii qaban keessaa ka mootichi akka isii tajaajiluuf ramade Hataakiin waamtee inni Mardokiyoosiin bira dhaqee maaltu akka isa irra gaye beeku'uuf ergite.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Asteer guneessicha akka isii tajaajiluuf guneeyyii mootichaa keessaa filame ka «Hataak» jedhamu tokko waantee, Mordekaayi maan akka rakkatee fi maaf akkas akka te'e akka gaafatu itti ergite.