Esther 4:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mordekaiini waan ufi tahe ch'ufa iti hime waan jed'e, Hamaniini waan jed'e, Anini beese hagana harka worra beese hayyuu olkeyatu baasa, yo Yahudi ch'ufa fit'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mardokiyoosillee waan godhame maraa, akka Haamaan Ayihuudota balleessu'uuf mana galmee qabeennaatitti godhu'uuf ta'u laakkobsa birri'iillee itti hime.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mordekaayi waan isa irra dhaqqabe maraa fi Haamaan kolbaa Yihudootaa balleessiisaaf beesee hagamii, mana meyaa ka mootichaatitti galii godhiisaaf waadaa akka gale itti hime.