Esther 5:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya sadeeso Estani woya hayyiti keeyatte, deemte balbala hayyu keesa fuula barch'uma hayyuti deefatte ejite. Hayyichi fuula isaa balbalati deefate, barch'uma ufii ira mana suni keesa taa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa sadeesso'ootittillee Asteer uffata mootummaa ufii uffattee kolba teessoo kutaa mana mootichaa keessa dhaabatte. Mootichillee mana mootummaa ufii keessa kolba seensaa afo'oon taa'aa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa sadeesso'oo Asteer woyaa ifii ta mootumma'aa uffattee, badhinna mana mootumma'aa ka gara keessaa seentee, mana mootichi tee'u dura dhaabbatte; mootichi mana mootumma'aa ka ifii keessa fuullee seensuma karraa, barcumaa mootummaa ifii irra tee'eeraayyu.