Esther 5:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ufi d'aade waan jed'e, Dureesa aka kiyya lafa tana keesati ingartani. Ilmaani tiyya heddu, hayyuuni ya guddinna naa dare, hojattu isaa taana ch'ufa ira na dabarse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haamaan ulfinna qabeenna ufiitii fi baay'inna ijoollee ufii, ulfinna mootichi isa ulfeesseen maraa, jaarsotaa fi worra baallii qaban ka mootichaa biratti akka kabajjeen isaanitti odeesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
dureessa akka te'e, ijoolleen isaa hedduu akka teete, mootichille qondaaltotaa fi tajaajiltoota dhibii caalaa ulfinna guddaa attamii akka isaaf kenne odeessaa koore.