Esther 5:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo wonti kunini maal na baati, haga anini Yahudichi Mordekai jed'ani kaani, ka fullo hayyu keesa tau argu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
garuu Mardokiyoosiin Ayihuudichi balbala mootichaa taa'ee hennaa argu ulfinni kun maruu anaaf womaa hin fayyadu» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo Mordekaayiin Yihudichi seensuma karra mootichaa tee'uun waan dhagguuf, tun marti na hin gammachiittu» jedhe.