Esther 5:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyichi waan jed'eeni, Maani, hayyiti Esta? Maani feeta? Ato lafa anini fidu gama toko feetele anini sii keenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi, «Mootittii Asteer! maal na kadhatta? waan barbaaddu wodhakkaa mootummaa kiyyaallee yoo ta'e sii kennaa» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootichi isi'iin, «Giittii Asteer maaloo? Maan barbaadda? Haga gamisa mootummaa tiyyaalle teetu si'iif hin kenna» jedhe.