Esther 5:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato daad'i d'ugu jiranu, hayyuuni waan Estani jed'e, Atini maani fed'atta? Maani sii tolcha? Ato lafa anini fidu gama toko taatele sii keenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi affeerraa daadhii woyini'ii irra uduu jiru Asteeriin, «Wonti ati barbaaddu maali'i? sii kennamaa kadhaan kee maali'i? haga wodhakkaa mootummaa kiyyaallee yoo ta'e sii kennama» isi'iin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daadhii woyni'ii adoo uniisatti jiranuu mootichi ammalle Asteeriin, «Wonni ati gaafattu maan? Si'iif hin kennama; wonni ati barbaaddu maan? Haga gamisa mootummaa tiyyaalle teetu si'iif hin kennanti» jedhe.