Esther 5:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti ani fed'u ta ani kad'ad'u tana: yo atini na d'ugeefatte, ee hayyicha, ammalle yo sii taate, borile Hamani woliini mana kiyya koota, sagale nyaad'a, hojja suni waan fed'u siti himad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mooticha biratti yoo gaachena argadhee jiraadhe akka kadhaan kiyya raawwatamu, waan barbaadullee akka godhu, yoo mooticha gammachiisee jiraadhe mootichinii fi Haamaan boru deebitanii gara affeerraa ani qopheessee akka dhuftan.» jette.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ani yoo si duratti fudhatama dhaggadhee, waan ani si gaafadhe naa kenniisaaf, waan ani barbaadelle naa muummessiisaaf yoo si gammachiitte, atii fi Haamaan areertii ani isiniif qopheessu irratti boru dhaggama'a. Achiin duuba anille gaaffii teetiif deebii hin kenna» jette.