Esther 5:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hamaniini, ka gammachu injirre, kae worra biraa deeme; ammo aka Mordekaiini, ka fullo worra hayyutini seenani ke tau, olkae isaa saalfachu dide arge jennaani aka jaba isati dallane.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa san Haamaan garaa ufii keessatti guddisee gammadee baye. Haa ta'uu ammo Mardokiyoos ka balbala mootichaa jiru ol ka'uu didu'uu fi sodaa malee akka taa'eeru haga arge, Haamaan Mardokiyoositti guddisee aare.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa san Haamaan gammadee miirri isaa itti tolee, achii gad bayee deeme; inni karra mootichaa duratti Mordekaayi yennaa dhagge ammoo, waan inni isaaf ol hin ka'iniif yookiin sodaatee hin sheephisiniif Mordekaayitti guddoo aare.