Esther 6:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Halkani suni hayyuuni rafu dad'abe, duuba nama yaame waan jed'e, Kitaaba lafa tiyya, ta odu waan duri lafa keesati tahe iti t'aafani kootaani, na sooma. Duuba d'ufaniini soomaniifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Halkan san mooticha hirribni hin dide; kanaafuu kitaaba seenaa baraa akka isaa fidan ajaje. Isaanillee fidanii isaa dubbisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Halkan san mootichi hirriiba waan dhabeef, kitaaba dabarsiin mootumma'aa itti galmeeffante fidanee akka dubbisanu ajaje; isaanille fidanee dubbisaneef.