Esther 6:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hayyichi waan Hamaniini jed'e, Kai, hurrisi, woyaafi farda fuud'i, Mordekai ka gosa Yahudi kaani, akuma jettu kana tolchiifi. Waan atini maqa d'oofte tokole illakisiini, tolchi guutiifi. Inni afaani fullo tana taa, achiti isa agarta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Haama'aan, «Daddafii akkuma dubbatte uffataa fi farda fuudhii nama balbala mootichaa afoo taa'u Mardokiyoosii Ayihuudichaa waan dubbatte keessaa uduu womaa hin dhidhisin akkasuma godhiif» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Haamaan ajajee, «Ariifadhuutii, akkuma amma jette, woya'aa fi farda qopheessiitii, Mordekaayii Yihudicha karra mootichaa dura tee'eeruuf, akkuma amma jette godhiif; waan dubbatte mara keessaa takkaalle hin hafin» jedhe.