Esther 6:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Hamaniini woyaafi farda fuud'e, woya taani Mordekai uyiseefi, isa farda ira kae dira keesani deeme lalabe waan jed'e, Laala waan hayyuuni nama ulfinna kennuufi fed'u tolchu!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Haamaan uffataa fi farda fuudhe. Uffata Mardokiyoositti uwwisee, farda irra kaayee, balbala baya qachatti'iititti afoo isaa deema'aa «Nama mootichi ulfeessuu barbaadu akkanatti kabajjan!» jedha'aa labsii labse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Haamaan woya'aa fi farda qopheessee, woyaa Mordekaayitti uffise; Mordekaayi farda irra tee'een duuba, Haamaan badhinna qacha'aa keessa isa dura deemaa, «Nama mootiin ulfinna kennuu fedhuuf, akkana godhama!» jedhee lasse.