Esther 6:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato worri tae waan kana haasau, worri sangooti kaani arifate d'ufe, Hamani fuud'ani mana Esta sagale iti yaamani taaniti geesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduma isatti hima'aaran, namoonni baallii qaban ka mootichaa hin dhufan; gara affeerraa Asteer qopheessitee haa dhufu'uuf Haamaa ariifachiisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan adoo isa woliin dubbatiisatti jiranuu, guneeyyiin mootichaa dhufanee, ariiti'iin Haamaan gara areertii Asteer qopheessitee geessane.