Esther 6:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fulla soomani suni keesati aka Mordekaiini duri jara sangoota lamaani kaani, ka fullo hayyicha eegu, hayyu Ahasuero ijeechaa malate jennaani inni hime argani. Jari lamaani suni Bigthanafi Tereshi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra baallii qaban ka mootichaa ka balbala mootichaa eegan keessaa lamaan Gabata'aa fi Taaraan mootii Arxeeksisiin ajjeesuu akka yaaliin taasifame akka Mardokiyoos dhossaa baase ka barreeffameeru argame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kitaaba san keessatti guneessoti balbala mootichaa eeganu lamaan Biigtaanaanii fi Teresh, mooticha ijjeesiisaaf mala dhowane, Mordekaayi attam akka hime barreeffamee dhaggame.