Esther 6:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyichi, Nu guddinnaafi yokhaani ulfinna akami Mordekai maro waan kanati jenne kennine? jed'e gaafate. Jennaani hojattuuni hayyuu, ta hojja suni achi jirtu, Woma tokole inkennineefi jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichillee, «Waan kanaaf Mardokiyoosiif ulfinna mishaa maaltu godhameef?» jedhe. Worri baallii qaban ka mootichaa, «Womaa hin godhamneef» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi, «Tana waan godheef ulfinnii fi guddinni Mordekaayi dhaggate maan?» jedhee gaafate. Tajaajiltooti isaa deebittee, «Wonni tokkolle isaaf hin godhanne» jette.