Esther 6:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hayyuuni waan jed'e, Jari hojattu tiyya gugurdaani nami tokoleeni eentu arma jira? Duuba Hamaniini yo suni ch'ichaani bahe; wonti inni d'ufeefi aka Mordekai mukha mid'aasanifi kaani irati fannisani kad'atu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichillee, «Galma keessa eentu jira?» jedhe. Hennaa san Haamaan jirma qopheesse irratti Mardokiyoosiin fannisu'uuf mootichatti himu'uuf gara mana mootichaa gara galma diidaa seenee ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi, «Badhinna mana mootumma'aa keessa eentu jira?» jedhee gaafate; yennaa san Haamaan muka nama itti fannisanu qopheesse san irratti Mordekaayi akka fannifamu eeyyama mooticha irraa gaafatiisaaf, badhinna mana mootumma'aa ka gara alaa reefuu seeniisatti jiraayyu.