Esther 6:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hojattuuni waan hayyuuni jette, Hamaniini ch'ichaa eje si argu fed'a. Hayyuuni waan jed'e, Ha olseenu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri baallii qaban ka mootichaallee, «Kunoo Haamaan galma keessa dhaabateera» jedhaniin. Mootichillee, «Seeni jedha'aan» jedhe. Haamaanillee hin seene.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre tajaajiltooti mootichaa, «Kunoo, Haamaan badhinna dhaabbateera» jetteen. Mootichille, «Seen jedha'aan» jedhee ajaje.