Esther 6:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba inni waan hayyichaani jed'e, Woya hayyuuni keeyatuuni koota, nama kana uyisa,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haamaan mootichaan, «Nama mootichi kabajjuu barbaaduu akkana haa godhamuu,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Haamaan deebisee mootichaan, «Nama mootiin ulfinna kennuu fedhuuf,