Esther 6:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba hojattu tante keesa, nama ch'ufa ira jiru toko barbaadi, aka inni woya fuud'e, nama suni uyise, farda yaabachiise dira keesaani deeme lalabe waan jed'u, laala, waan hayyuuni nama ulfinna kennuufi fed'u tolchu!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra baallii qaban ka mootichaa ijoo keessaa tokkocha waamsiftee uffanni mootumma'aallee itti kennamee farda qophaayeef yaabbisanii afoo isaa deema'aa gara baya qachatti'ii baasanii ‹nama mootichi ulfeessuu barbaadee akkanatu ta'aaf› jedha'aa labsii labsa'aa haa dubbatuu» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba woyaan sunii fi fardi sun qondaaltota gugurdoo mootumma'aa keessaa nama tokkotti kennamuu ti; inni nama mootiin ulfinna kennuu fedhu sanitti uffisee, farda isaaf qophowe irra teessisee, badhinna qacha'aa keessa dura isaa ideemaa, ‹Nama mootiin ulfinna kennuu fedhuuf, akkana godhama› jedhee lassuu ti» jedhe.