Esther 7:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hayyuuni Ahasueroni waan hayyitiini jed'e, Eenu nami waan akana kana tolchu fed'u? Inni meeti?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Arxeeksis mootittii Asteeriin, «Ka waan kana godhu'uuf gara'aan ugge eennu? eessa jiralle'e?» jedhee isi'itti dubbate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba mootichi Ahashiweros, «Nami tana godhiisaaf game eennu? Nami kun eessa jira?» jedhee giittittii Asteer gaafate.