Esther 8:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyyaani seeri kuni tahu, lafa hayyuuni Ahasueroni fidu ch'ufa keesa, guyya kud'ani sadi, jia kud'ani lama, ka Adari jed'ani, ka qara aka Yahudi fit'ani buufatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunillee ji'a Adaar jedhamu ji'a kudha lammeesso'oo guyyaa kudha sadeesso'ootitti biyya mooticha Arxeeksisii maratti guyyaa tokkotti akka raawwatamuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yihudooti kutaa biyya mooticha Ahashiwerosii mara keessatti, ji'a kudhanii lammeesso'oo ka «Adaar» jedhamu keessa, guyyaa kudhanii sadeesso'ootitti guyyaa tokkocha kana akka godhanuuf murteeffame.