Esther 8:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Seera gabaasani suni ha lafa ch'ufa keesa nama beesisani, aka gochiti Yahudi guyya suni durati kurfefatte nyaapa ufii haalo baafattu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ayihuudonni diina ufiititti tarkaanfii fudhatu'uuf guyyaa san akka qophaayan garagalchi xalayichaa banii biyyoota san keessa jiran maraaf labsame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa san Yihudooti diinota ifii haluu bayiisaaf akka qophowanu barreeffam ajaja san irraa garagalfamee, gara kutaa biyyaa ta gara garaatii fi kolbaa gosa biyya gara garaatitti seera te'ee akka beekkamu beessifame.