Esther 8:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jecha hayyu kana gula, teetuuni fardaa taani fardoole hayyu taani faanoti ejatte, haguma fardi dandau ch'ufa gussite. Seera kana dira gudda, ka Shushani jed'ani, keesale lalabani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Faradoo arreedan ka mootichaan akka tajaajilaniif filataman ajaja mootichaatiin yaabbatanii hollata'aa, ariifata'aa deemanii labsiin akka gimbii Suusa'aatitti himamu taasisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergantooti fardoo mana mootumma'aa irra tee'aneeranu, ajaja mootichaatiin ariiti'iin bayane; lassiin sun qachaa Suusaa keessatti laffante.