Esther 8:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yahudiini duuba gaargala keesaa baate gammadde qilit'amte, nama ch'ufa ira ulfinna argatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaa kanaaf Ayihuudotaa ifa, gammachuu, usheexu'uu fi ulfinnatu ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kun Yihudootaaf yennaa ifaa, yennaa gammadaa, yennaa burraassatii fi yennaa ulfinnaa te'e.