Esther 8:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dirafi lafa ch'ufa keesa, fulla seera hayyu lalabani, Yahudiini jila tolfatte nyaate quufte gammadde. Nami lafa suni hedduleeni Yahudi sodaate aada Yahuditi gale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biyyaa fi qachaa ajanyinii fi labsiin mootichaa gaye maratti Ayihuudotaaf gammachuu usheexxu'uu fi guyyaa affeerra'aa, guyyaa mishaa isaanii ta'e. Ayihuudota waan sodaataniif worra Yihuudii hin taane keessaa namoonni baay'een amantii Ayihuudi'ii fudhatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kutaa biyyaa mara keessaa fi qachoota mara keessatti, addee lassiin mootichaa dhaqqadde maratti, Yihudooti gammadanee burraaqanee jila jilifatane; kolbaa biyya dhibi'ii keessaa hedduun Yihudoota waan sodaataneef, Yihudootatti galane.