Esther 8:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
hayyichi qube isaa ta beesisa, ta inni Hamani iraa fuud'e, ufiraa baase Mordekaiti kenne, Estaleeni manafi waan Hamaniini qabu ch'ufa harka isaati kennite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichillee qubee Haamaa irraa baase Mardokiyoosii kenne. Asteerillee mana Haama'aa irratti Mardokiyoosiin muudde.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi qubee quba ifii ta chaappaa qaddu, ta Haamaan irraa fudhateeru san, ifi irraa baafatee Mordekaayiif kenne. Asteerille karra Haamaanii san irratti Mordekaayiif baallii kennite.