Esther 8:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
duuba Estani kaate hayyu dura ejite waan jetteeni, yo sii taate, yo na d'ugeefatte, ammalle yo wonti kunini d'uga sii fakaatte, seera gabaasi, aka dubbi Hamaniini qara jed'e taani tahu d'owartu — dubbini suni tatabe ilmi Hamedatha, ka gosa Agagi, t'aafe, ta Yahudi lafa hayyuuni fidu ch'ufa keesa jirtu fit'a jettu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Yoo mooticha ka gammachiisu ta'e, isa afo'ottillee yoo gaachena argadhee jiraadhe, wonti kunillee isa afo'otti yoo qajeelaa ta'e, anillee isa afo'otti yoo jaalatamee jiraadhe ilmi Hamadaatu'uu Agaagichi Haamaan biyya mootichaa maraa keessatti Ayihuudota jiran balleessu'uuf dharri inni barreesse akka gara galu haa barreeffamuu,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mooticha kiyya, yoo si gammachiitte, anille si duratti fudhatama yoo dhaggadhe, tana godhiis sirrii yoo sitti fakkaatte, analle'etti yoo gammadde, barreeffam sanyiin Agaagii ilmi Hamedaataa Haamaan, Yihudoota mootummaa teeti keessa jiranu mara balleessiisaaf karoorfatee barreesse san, ajaji kaasu barreeffamuu ti!