Esther 8:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini akami dandae badi gosa tiyya balleesani obsa? Yokhaani anini akami dandae aka fiit'a tiyya balleesani hobaasani obsa?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani waan hamaa banii kiyya irratti ta'u arga'aa attamitti cadhisuu danda'a? yookaan uduu baniin kiyya dhumu attamitti arga'aa cadhisa?» jette.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani balaa kolbaa tiyya irra gewu, badii maatii tiyyaalle dhaggaa attam ossuu dande'a ree?» jette.