Esther 8:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hayyuuni Ahasueroni hayyiti Estafi Mordekai, ka gosa Yahudi, waan jed'eeni, Ilaala, anini yayu waan Hamaniini gosa Yahuditi malateefi isa fannise, ammalle waan inni qabu ch'ufa Estaa kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa mootichi Arxeeksis mootittii Asteerii fi Mardokiyoosii Ayihuudichaan, «Kunoo waan hamaa Haamaan worra Ayihuudotaa irratti godheef akka jirma irratti isa fannisiisee fi qabeenna isaa maraa akka Asteerii kenne hin beekkama,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba mootichi Ahashiweros, Asteerii fi Mordekaayii Yihudichaan, «Kunoo, Haamaan Yihudoota balleessiisaaf mala waan dhoweef, karra isaa Asteeriif kenneera; isalle muka irratti fannisaneeran.