Esther 9:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gayyuma suni nama dira Susa keesati fit'ani haga isaa hayyuti himani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa san baay'inna namoota gimbii Suusa'aatitti du'anii gara mootichaa fidan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Laakkossi namoota qachaa Suusaa keessatti ijjeefamanee guyyuma san mootichatti himame.