Esther 9:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Estani waan jetteeni, Ee hayyicha, yo sii taate, Yahudiini dira Susa keesa jirtu ha borile waan arra tilchite kana tolchitu. Ammalle reefa ilmaani Hamani kud'annanille mukha irati fannisa jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Asteerillee, «Mooticha yoo ka gammachiisuu, Ayihuudonni Suusaa keessa jiraatan akkuma ajaja adha godhanii borullee akkasuma haa godhanii; reeffi ijoollee Haama'aa kudhanuu jirma irratti haa fannifamanii» jette.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Asteer deebittee, «Mootii kiyya, yoo si gammachiitte, Yihudooti qachaa Susaan keessa jiranu, waan adha godhane, borulle akka godhanu eeyyamamuufii! Reeffi ilmaan Haamaanii kudhanille muka nama itti fannisanu irratti fannifamuu ti» jettee gaafatte.