Esther 9:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya kud'ani afreeso ka jia Adari jed'ani Yahudiini dira Susa wolti baate ammalle nama d'ibba sadi ka dira suni fitt'e. Ammo ha taatu waan tokole insaamne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ayihuudonni Suusaa jiran ji'a Adaar jedhamu guyyaa kudha arfaffa'aatitti ammallee wolitti qabamanii Suusaa keessatti haga namoota dhibba sadihii ajjeesan. Garuu womaa hin saamne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yihudooti qachaa Suusaa keessa le'anu, ji'a «Adaar» jedhamu guyyaa kudhanii arfeesso'ootitti, wolitti qabamanee, qachaa Suusaa keessatti namoota dhibba sadii ijjeesane; karra isaanii ammoo hin saanne.