Esther 9:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyyaani suni guyya kud'ani sadeeso ka jia Adari. Boriyya guyya kud'ani afreeso hafuura baafatani, wolti bahani gammadaani jila tolfatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ji'a Adaar jedhamu guyyaa kudha sadeesso'ootitti, wonti kun raawwatamee guyyaa kudha arfaffa'aatitti hara baafatanii guyyaa affeerra'aatii fi ka gammachu'uu godhatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kun ji'a «Adaar» jedhamu guyyaa kudhanii sadeesso'ootitti te'e; guyyaa kudhanii arfeesso'oo foorfatanee, guyyaa jilaatii fi gammadaa godhatane.