Esther 9:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dira lafa hayyichi Ahasueroni fidu ch'ufa keesa Yahudiini moga ufiti wolti baate, nama gosa worraa balleesu fed'u ch'ufa iti kaate haate. Fulla ch'ufa biyyiti worra sodaate, nami tokoleeni dura eju dad'abe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ayihuudonni namoota miidhamuu isaanii barbaadan fixu'uuf qachoota biyya mooticha Arxeeksisii keessa jiran maraa keessaa wolitti qabaman. Baniin maruu waan guddisanii isaan sodaataniif eennullee ka isaan danda'u hin argamne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yihudooti worra isaan miidhiisaaf barbaadanu loliisaaf, kutaa biyya mootii Ahashiwerosii mara keessatti qachuma qachaa ifii keessatti wolitti qabamane; kolbaan dhibiin ta biyya gara garaa marti Yihudoota waan sodaataneef, eennulle isaan injifatiisa hin dandeenne.