Esther 9:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mordekaiini dubbi tana ch'ufa t'aafsise, tatabe gara Yahudi lafa hayyuuni fidu ch'ufa keesa, ta fagofi d'io jirtuleti erge,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mardokiyoos waan kana hin barreesse; xalayootallee biyya mootii Arxeeksisii maratti Ayihuudota dhiyo'oo fi fagoo jiranitti erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mordekaayi waan te'e kana barreessee, Yihudoota kutaa biyyaa ka dhiko'oo fi fagoo jiranu maraaf erge.