Esther 9:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'e, Jia Adardari, guyya kud'ani afreesotiifi ka kud'ani shaneesole qaabad'a, ganna ch'ufa keesa ooluma tolfad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wogga wogga'aan ji'a Adaar jedhamu guyyaa kudha arfeesso'oo fi kudha shaneesso'oo,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni wogguma wogga'aan ji'a, «Adaar» jedhamu guyyaa kudhanii arfeesso'ootii fi kudhanii shaneesso'oo guyyaa jilaa akka godhatanu isaanitti hime.