Esther 9:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hamaniini, ilma Hamedatha, ka gosa Agagi, nyaapa Yahudi, yayu hit'a buufate (ka Puri jed'ani), aka akasiini guyya Yahudi had'ani balleesani beekhu; inni sila aka worra ch'ufa fit'u malate,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haamaan Agaagichi ilmi Hamadaatu'uu diinni Ayihuudota maraa Ayihuudota balleessu'uuf dhara dhayee ture. Isaan barbadeessu'uu fi balleessu'uuf hiree, «Fuur» jedhamu buusee ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Diinni Yihudoota maraa, sanyiin Haagaagii, ilmi Hamendaata'aa Haamaan hixaa, «Furiim» jedhamu buufatiisaan Yihudoota mara balleessiisaaf mala dhoweeraayyu.