Esther 9:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo Estani gara hayyu d'at'e, hayyichileeni dubbi baase, dubbi suni t'aafani, akanaani Hamaniini duisa inni Yahudi malate ufi due — isaafi ilmaani isaale mukha irati fannisani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Asteer hennaa mooticha bira seente, dharti hamaan Ayihuudota irratti yaadame akka isumatti deebi'u, inninii fi ijoolleen isaallee jirma irratti akka fannifaman xalaya'aan ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi mala hamaa kana yennaa beeke, malli Haamaan Yihudoota irratti male sun isuma irratti akka deebi'u, innii fi ilmaan isaa muka nama itti fannisanu irratti akka fannifamanu ajaja barreeffamaa baase.