Esther 9:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi guyya oolmaa lamaani suni Puri jed'ani, maqa Puri suni gula. Maro waan tatabe Mordekai keesa t'aafanifi ammalle maro waan worri tahe ch'ufatiifi,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf guyyoonni ayyaanaa kunniin, «Fuuriim» jedhaman. Jechoota xalayaa kana irratti barreeffaman maraaf waan arganii fi waan argatan maraaf,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf guyyoota kana jecha, «Fur» jedhamu irraa, «Furiim» jedhanee baasane; sababa waan xalayaa kana irratti barreeffame maraatiif, sababa waan dhagganeetii fi waan isaan irra dhaqqabe maraatiif,