Esther 9:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri gugurdaani ch'ufti, ka hayyu hojatu, jaallaba taanaani, makala taanaani, soda Mordekaiti jed'ani Yahudi qarqaarani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan Mardokiyoosiin sodaataniif worri baallii qabanii fi bulchoonni biyya san keessa turan worri hujii mootichaa hojjatan maruu Ayihuudota gargaaran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qondaaltoti, sooressitooti, bulchitooti kutaa biyyaatii fi qondaaltoti mootichaa marti Mordekaayi waan sodaataneef Yihudoota qarqaarane.