Esther 9:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tatabe suni gara Yahudi ta lafa d'ibba tokotifi diddami torba, ta hayyichi fidu keesa jirtuti ergani. Tatabeeni suni ta d'aamsa nagayatiifi bultuma Yahudi qabdu,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Xalayaa mootummaa Arxeeksisii Ayihuudota biyyoota dhibbaa fi diddamii torbaa keessa jiran maratti xalayaa waan nagayaatii fi akka nagayaan jiraatan ibsu ergan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mordekaayi Yihudoota kutaa biyyaa dhibbaa fi diddamii torba keessa jiranu maraaf, xalayaa nageyaa fi qabbana isaaniif halchu ergee,